Xurree ittiin seenan

Breaking News

Waaltaaleen Seeraa kan Sadarkaa Addunyaa Dhiittaa Mirga Namaa Ilaalchisee Itiyoophiyaa Himatan


FAAYILII - Asxaa Gamtaa Afrikaa dallaa waajjiraa muummee Finfinnee, Sadaasa 8, 2021
FAAYILII - Asxaa Gamtaa Afrikaa dallaa waajjiraa muummee Finfinnee, Sadaasa 8, 2021

Waaltaaleen seeraa bu’aaf hin hojjenne wal ta’uu dhaan komiishina mirga namoomaa fi sabootaa Afriikaa irratti Itiyoophiyaa himachuun ibsamee jira. Waaltaalee kana keessaa tokko kan ta’e Legal Action Worldwide/ waaltaa seera hojii irra oolchu kan sadarkaa addunyaaf/ itti gaaatamtuu kan ta’an VOAf akka himanitti, dhiittaa mirga namaa Kaaba Itiyoophyaa keessatti raawwatame ilaalchisuun himati Itiyoophiyaa irratti dhiyaate rakkoo Afriikaa fi furmaata Afriikaa barbaaduu irratti kan fuuleffate ta’uu beeksisan.

Waaltaaleen Seeraa kan Sadarkaa Addunyaa Dhiittaa Mirga Namaa Ilaalchisee Itiyoophiyaa Himatan
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:47 0:00

Waaltaan kun, addunyaa irra kanneen jiran miidhmtoota dhiittaan mirga namaa irratti raawwatameef deggersa seeraa kennuu dhaan beekama. Miidhamtoota kana bakka bu’ee haqi akka mirkanaa’uuf falma. Waaltaan kun michoota isaa abukaatolee dhaabbata seeraa Debivoice & Plimpton jedhamuu fi kan Pan Afrikaa waliin ta’uu dhaan komiishina mirga namoomaa fi uummataa kan Afriikaa irratti Itiyoopiyaa himachuu isaa beeksisee jira.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG