Xurree ittiin seenan

Breaking News

Wal Qixxummaan Saalaa Dorgommii Dhiiraa fi Dubartii Gidduu Qofa Miti


Jarmayaan " Ijaarsa Dubartoota Oromoo Addunyaa" kan hundeeffame bara 2007 keessa yoo ta'u,mirga dubartoota Oromoo eegsisuuf sagalee dubartoota biyya keessaa dhokatee jiruus sgalee ta'uuf akkasumas mirga dhala namaaf falmuuf kan hundeeffame ta'uu waajjira jaarmayichaa Washington, DC keessa jiru irraa aadde Dinqinash Dheeressaa Kitilaa ibsanii jiru.

Ijaarsi kun baatii Adooleessa bara 2011 keessa konfraansii sadarkaa adunyaa Fraankfart Jarmanii keessaatti gaggeesuuf karoorfatee socho'aa jira.

Akeeki walgahii kanaas waa'ee mirga dubartootaa, qooda dubartoonni hawaasa ofii keessatti qaban akkasumas mata durewwan adda addaa irratti muxannoo wal jijjiruuf akka ta'e ibsameera.

MP3 tuquun guutummaa isaa dhaggefadhaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:57 0:00
More
XS
SM
MD
LG