Xurree ittiin seenan

Breaking News

Walitti Bu’iinsa Barattoota Giddutti Uumamee Tureef Kanneen Shakkaman To’annaa Jala Olaniiru: Yunivarsitii Finfinnee


FAAYILII - Karra Yunivarsitii Finfinnee
FAAYILII - Karra Yunivarsitii Finfinnee

Dilbata dabree galgala mooraa yunivarsitii Finfinnee isa Siddist Kiloo jiru keessatti walitti bu’iinsa barattoota giddutti uumamee waliin wal qabatee namoonni to’annaa jala oolan 8 barattoota durii kanneen yeroo ammaa barataa hin jirre ta’u Yunivarsitiin Finfinnee beeksisee jira.

Yeroo ammaa garu deemsii barachuu fi barsiisuu itti fufuu isaa Yunuvarsitiin kan beeksisee yoo ta’u barattonni hedduun garu yaaddoo qaban irraa kan ka’e amma iyyu dormiitti akka hin deebi’iin dubbatu.

Gabaasa Keeneedii Abaata Finfinnee Irra ergee caqasaa.

Walitti Bu’iinsa Barattoota Giddutti Uumamee Tureef Kanneen Shakkaman To’annaa Jala Olaniiru: Yunivarsitii Finfinnee
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:43 0:00

XS
SM
MD
LG