WAASHINGITAN, DIISII —
Mana-maree Yunaayitid Isteetsitti, dura-taa’aa Koree-birkii Dhimma Fayyaa fi Mirgawwan Dhala-namaa Sadarkaa Addunyaa fi Dhaabbatoota Sadarkaa Addunyaa ka ta’an – bakka-bu’aan Niwujeersii, Kiris Ismiiz, har’a “Seeraa Haaraa Mirgawwan Dhala-namaa Itiyoophiyaa Lakkoobsa 128 ” kaleessa yeroo gazexeessotaaf ibsa kennanitti ifa godhaniiru.
Wixineen seeraa kun, “Kabajaa mirgawwan dhala-namaaf kennamu deggeruu fi Itiyoophiyaa keessatti bulchiinsi hunda hammate akka jiraatu jajjabeessuu” ka jedhu.
Gabaasa guutu kana cuqaasuun dhaggeeffadhaa