Xurree ittiin seenan

Breaking News

Yeroon Qormaata Biyyoolessaa Si’a Lammataa Dheeressame Mormitootaaf Deebii Ta’aa?


Ministirii Barnootaa,Finfinnee Arat Kiiloo
Ministirii Barnootaa,Finfinnee Arat Kiiloo

Mootummaan Itiyoopiyaa kan wal falmisiisaa ta’e guyyaa qormaanni biyyoolleessaa itti kennamu torban tokkoof dheeressee jira. Musliimonni fi qabsaa’onni mormii Oromiyaa keessaa guyyaa duraan qormaanni kun akka kennamu labsame Adoolessa 4 fi 7 gidduu yeroon jiru guyyaa ayyaana hiikaa soommana Ramadaanaa waliin wal irra bu’e akkasumas, barattoonni akka qayyabataniif yeroo ga’aa hin kennineef jechuun mormaaa turan.

Jawaar Mohaammed
Jawaar Mohaammed

Guyyaa qormaanni kun itti kennamuuf murtaa’e haaraan Adoolessa 11 haga 14 yoo ta’u hiikaan soommana Ramadaanaa darbee torban tokkoo booda ta’uu isaa ti. Guyyaan haaraan kun kanneen guyyaa itti dabalaa gaafataa turan qabsaa’oota mormii Oromiyaa keessaaf fudhatamuu fi dhiisuun hin beekamin jira. Kanneen yeroon qormaatichaa gabaabbachuu mormanii fi qormaanni sun akka inni baasamu goone jechaa turan keessaa tokko Jawaar Mohammed jijjiirraa isa boodaa kana akkamitti ilaala?

Yeroon Qormaata Biyyoolessaa Si’a Lammataa Dheeressame Mormitootaaf Deebii Ta’aa?
please wait

No media source currently available

0:00 0:10:01 0:00
Xurree marsariitii

XS
SM
MD
LG