WAASHINGITAN, DIISII —
Ministarri Dhimma alaa Yunaayitid Isteetis Antonii Bilinkin gochaa Tigiraay keessatti raaw’atame akka haleellaa fixinsa gosaatti ibsanii turan.
Guyyootaa hanga tokko booda immoo gargaarsi Yunaayitid Isteetis Itiyoophiyaaf kennitu ka sagantaalee naga-eegumsaa irra-jireessi isaa akkuma rarraasametti akka turu Mootummaan Waashington maadheffate murteesse jechuun Ministiriin Dhimma-alaa biyyattii Jimaata dabre beeksisee jira.
Gabaasa Guutuu Caqasaa