Magaalaaleen Oromiyaa Bulchiinsa Addaa jala jiran Finfinnee jala seenuuf deemu

  • Namoo Daandii
Karoorri Finfinnee babal'isuuf jiru magaalota Oromiyaa hedduu bulchiinsa addaa jala jiran illee of jalatti deebisuuf deema. Paartiin mormituu Iriyoopiyaa Warraaqsi Federaalistii demokraatawaa Oromoo karoorri kun qonnaan bulaa lafa handhuura isaa irraa buqqisee rakkoo hedduu keessa buusuu danda'a, kana immoo paarlaamaa fi waajjira muummicha ministeeraatti iyyachuuf deemna jedhan.

Sanbata darbe waajjira Medrek keessatti marii uummataa geggeessameen hoogganoonni paartichaa kan jedhan illee kanuma ture.

Your browser doesn’t support HTML5

Gaaffii fi deebii gaggeeffanne armaa gadiitti caqasaa.