Yeroo Yerootti Gabaafamuus Tarkaanfiin Fudhatame Hin Jiru

  • VOA
Itiyoophiyaan Qarshii Biliyoonatti lakka’aman dhabuu ishee Oditarii olaanaa kan ta’an Obbo Gammachuu Dubbisoo paarlaamaa biyyattiif ibsanii jiru.Bajata bara 2005 kan ilaaleen gabaasa bal’aa dhiyessan kanaan waajiroonni herrega jiru yerootti cufanii oditaraaf dhiyeessu dadhabuun hammaataa dhufe jedhan.

Paarlaamaa keessatti koree dhabbataa kan bulchinsaa fi to’annaaf dura ta’aa kan ta’an obbo Girmaa Seeyfuu akka jedhanti rakkoon kun akka jiru yeroo yerootti gabaafamuus tarkaanfiin fudhatame tokko iyyu hin jiru.

Kan dhimmi kun kallattiin isaan ilaaluu mummewwan ministeera Itiyoophiyaa iyyu tarkaanfii

Your browser doesn’t support HTML5

Gabaasaa guutuu kutaa 1ffaa armaa gadiitti dhaggefadhaa.


Your browser doesn’t support HTML5

Gabaasaa guutuu kutaa 2ffaa armaa gadiitti dhaggefadhaa.