Torban Talaaii Itiyoophiyaa Keessatti Jalqabame

  • VOA

Jaarmayaan Fayyaa Addunyaa torban kun torban tallaaliwwan itti kennaman akka ta’uuf labsee jira.
Dulli kunis Itiyoopiyaa keessatti jalqabamuu isaa kan labsan prezidaantiin Itiyoophiyaa Dooktoor Muulaatuu Tashoomaa haawaaasni biyyatti guttummaatti akka itti hirmaatu gaafatanii jiru.

Duula kana fixaan baasuuf carraaqqii ta’uun gamtaa Gaavii Alaayaans jedhamu waliin akka hojjatan waadaa seenanii jiru prezidaatiin Itiyoophiyaa kun.

Gaavii Alaayaans bara 2000 qabee waggootii darban 14 keessatti Itiyoophiyaaf Doolaara Miliyoona 700 fi Miliyoona Diigdama kennee jira.

Your browser doesn’t support HTML5

Gabaasaa Guutuu Armaa Gaditti Caqasaa