Dinagdeen Itiyoopiyaa hanga eegame hin guddanne

  • VOA
Muummichi ministeeraa Itiyoopiyaa Haayile Maariyaam Dessaaleny raawwii hojii ji’a salgan darban mootummaan isaanii hojjete paarlaamaaf ennaa ibsanitti dhimmootii hedduu irratti ibsa kennan.

Dinagdeen Itiyoopiyaa kan silaa harka 11.3 guddata jedhamee eegamaa ture hamma eegame hin taane jedhan. Gama kaaniin immoo Masriin hoojii ittisa laga Abbayaa ilaalchisee gara marii araaraatti akka deebitu addunyaan dhiibbaa gochaa jira jedhan.

Dhimma Sudaan ennaa kaasanis Sudaan waliin waa’ee lafaa irratti walii galteen haaraan mallatteessine hin jiru jedhu.

Your browser doesn’t support HTML5

Gabaasaa Guutuu Armaa Gaditti Caqasaa