Magaalaalee Oromiyaa Finfinneettii Kutuun Seeraan Ala

  • Jaallannee Gammadaa
Misooma babal’isuu karoora jedhuun magaalaalee Oromiyaa hanga tokko bulchiinsa magaalaa Finfinnee jala galchuuf karoorfamuu isaa mormuu dhaan dhaabbatoonni mormituu kan Oromoo sadii har’a iyyata isaanii mootummaatti galfataniiru.

Kana ilaalchiisuu dhaan obbo Mulaatuu Gammachuu Paartii kongresa Federaalistii Oromoo irraa ibsa kennaniiru. Karoorri lafa kaa’ame maal akka ta’e ibsuun eegalu. Jaallanneetu haasofsiise.

Your browser doesn’t support HTML5

Guutummaa gaaffii fi deebii kanaa dhaggeeffadhaa