Rirriittaa! Kitaaba Afaan Oromoo Haaraa

  • Tuujubee Kuussaa

Kitaaba Afaan Oromoo Haaraa

​Kitaabonni Afaan oromoo Lama dhiyoo maxxanfamuun gabaa irra oolee jira. Barreessituun kitaaba kanaa Hawwii Gonfaa Jedhamti. Kitaabonni koo kun jetti Hawwiin kan ani ittiin quuqqaa garaa koo keessaa ittiin ibsadhe, hawaasa koof dhaamsa kan ani ittiin darbarseef eenyummaa koo illee kan ani ittiin beeksisuu yaale dhala koo lammataa fi miixannaa roorroo keessaa ka madde jette.

Kitaabaa Afaan Oromoo Haaraa




Bokoka waggaa dheeraa keessa koo dhiphisaa ture kan ani ittiin bulgaafadhe waan ta'eefan mata duree kitaaba koo boodaanaa Rirriittaa jehe jetti Hawwiin.





Your browser doesn’t support HTML5

Gaaffii fi deebii guutu dhaggeeffadhaa