Wal ta’iinsa Eneerjii Afrikaa fi Amerikaa

Gumii Enerjii Afriikaa fi Ameerikaa

Gumiin ministeeroota Eneerjii kan Afrikaa fi yunaaytiid steets Finfinnee keessatti guyyaa lamaaf gaggeeffamee jira.

Mul’ata Itiyoophiyaan qabdu Humna eleektrikaa maddisiistu biyyoota naannoo sana jiran waliin ga’u bira taree hanga Yamanii fi Afrikaa kibbaatti dhaqqabsisuu ta’u beeksiifte.

Walgahii wal fakkaataan Waashiintoon Dii Sii keessatti baatii Hagayya dhuma kan gaggeeffamu ta’u ibsamee jira.

Your browser doesn’t support HTML5

Gabaasaa Guutuu Armaa Gaditti Caqasaa