Perezdaanti Obaamaa Milishoota ISIL Siiriyaatti Loluuf Waranaa Labsee Ministerii Haajaa Alaa Amerikaa Ammoo Lola kanaaf Waahela Barbaada Sawudiitti Dabre

  • VOA

Perzdaanti Obaamaan yoo kalee milishoota ISIL, ta akka jecha bulchoota Amerikaatti amantii isaani giddeessanii nama irratti fa’ani ka dide ammoo fixuutti jiran hadhuuf waraana labse.

jarii kun,ISIL ingilifffaan Islamic Sate jedhama akka jecha bulchota Amerikaatti Siiriyaa fi Iraaqitti mootummaa Islaamummaa uumanii biyya taanilleetti dabruuf. Perzdaanti Obaamaan jarii kun akkuma Al-Qaayidaa fi Taalibaan USA sodaa tahan.

Tanaafuu jedha perzdaanti Obaamaan USA waahela itti barbaadattee ISIL(IS) barbadeessuuf lolti.Minsiterii haajaa alaa Amrikaa Joon Keerii biyya Arabaa dhaqee jarilleen ISIL loluuf walii gale.


Dubbiin perzdaanti Obaamaan ISIL loluun maaliif barbaachisaa akka tahe ummata Amrikaatti hime kunoo.

http://www.whitehouse.gov/blog/2014/09/10/president-obama-we-will-degrade-and-ultimately-destroy-isil