Caama Gaanfa Afrikaa Mudachuuf Jiru

  • VOA

FILE

Waggootii dhufan keessa haalli qilleensa biyyoota Gaanfa Afrikaa toluu dhiisuu mala jechuun qorannaan haaraa gaggeeffame hubachisee jira .

Haallii qilleensaa Somaaliyaa, Jabuutii fi Itiyoophiyaa gogaa fi ho’aa ta’aa adeema . Qorannaan haaraa gaggeeffame kun isa duraan Kompuutarri akka moodeeliitti dhiyeesse kan Jiidha ta’aa jedhee raage faalleesse jira.

Caamnii biyyoota Afrikaa keessatti beekamaa ta’uus wabii nyaataa irratti sodaa uumee hanqiina gargaarsa dhala namaa dhaqqabsisaa jira.

Your browser doesn’t support HTML5

Gabaasa guutuu armaan gaditti caqasaa