Qorannoo Malaammaltummaa Gabaasaa Gaazzexeessotaan Ifa Bahe

  • Namoo Daandii

Qorannoo Malaammaltummaa Gabaasaa Gaazzexeessotaan Ifa Bahe

Mootummoonni biyyoota Addunyaa irraa, gabaasaa gaazzexeessota-qorannaa ifa bahe irraa ka’uudhaan – namoota duureyyii, humna-qabeeyyii fi beekamoo qabeenyaalee isaanii dhoksuu fi gibira yokaan dilaala jalaa miliquuf jecha Herregaa Baankii biyyoota alaa keessatti banatan adamsuuf dhaadataa jiran.

“Wanni amma argaa jirru. Seerawwan adda addaa jalatti, Kaampaaniilee iccitii hundeessanii, eenyummaa isaanii aguuguun salphaa ta’uu isaa ti. Kun immoo, maallaqa kaayyatanitti hidhata qabaachuu isaanii dhoksuuf karaa salphaa dha” – jedhu – Maagii Marfii, dhaabbata farra malaammaltummaa, ka sadarkaa Addunyaa – TRANSPARENCY INTERNATIONAL irraa.

Your browser doesn’t support HTML5

Malaammaltummaa Gabaasaa Gaazzexeessotaan Ifa Bahe

Your browser doesn’t support HTML5

Qorannoo Malaammaltummaa Gabaasaa Gaazzexeessotaan Ifa Bahe