Shammarran Chibookii erga milishoota Bokko Haraamiin fudhatamanii Oggaa lama ta'e.

Faayilii - VOA sagantaan afaan Hauzaa  dhimmaa shamarran milishoota Bokko Haraamin fudhatamanii irratti marii geggeese ture. Ebla, 14, 2015

Faayilii - Sirna  dungoo ibsuu Shamarran Chibooki yaadachuudha godhamee,Chibokii, Naayjeeriyaa, 2015.

Faayilii - Hiriira Abujaatti shamarran kun akka barbaaddaman gaafachuudha godhame irratti haatii intalli ishii jalaa fudhatamte takka oggaa boochu, Naayjeriyaa,2016.

Faayilii - Rev. Inoch Maark, bakka bu'aa maatii shamarran Chibookii, walgahiii mala ittin shamarran kana barbaadan irratti hasaha godhan

Faayilii - Hiriira Abujaatti shamarran kun akka barbaaddaman gaafachuudha godhame irratti haatii intalli ishii jalaa fudhatamte takka gaddarra han ka'e of-walaaltee. Naayjeriyaa,2016.

Faayilii -Mana barumsaa shamarran chibookii keessa fudhataman, Nayjeeriyaa,  2014.

Faayilii - Sirna " Shamarran Chibookii Hin Hirraafatamne" jedhu irratti Diireekteriin VOA han duraanii Daviid Ensar fi bakka bu'ian mana marii Yunaaytid Isteet argamanii turan.

Shammarran Chibookii erga milishoota Bokko Haraamiin Fudhatamanii Oggaa lala ta'e.

Shammarran Chibookii erga milishoota Bokko Haraamiin Fudhatamanii Oggaa lala ta'e.

Shammarran Chibookii erga milishoota Bokko Haraamiin Fudhatamanii Oggaa lala ta'e.