Waardiyaan Andaara Galaana Xaaliyaanii Godaantota Balaa Doonii Irraa Hafan Oggaa Baraarsuu

Your browser doesn’t support HTML5

Waardiyaan andaara galaana Xaaliyaanii lubbuu godaantota hedduu dilbata darbe baraarsuu danda’ee jira. Reeffa namoota 45nis baasuu isaa ibse. Kanneen lubbuun hafuuf carrooman kanaaf wal’aansa fayyaa nyaataa fi uffata raabsaa jiran. Waan of harkaa qaban mara galaanatu fudhate waan ta’eef.