WASHINGTON DC —
Akka kora kana irratti jedhanitti rakkoolee gugurdoo ilmaan namaa rarakkisuutti jiran keessaa rakkoon bisaanii,rakkoo eletirikii, hiyyumaa fi jijjiiramii qilleensaa faatilleen humna ibsee irraa fala fa argachuu dandahan
Korii akkanaa kun Afrikaatti taahuun akka minsiterii humnna bisaanii,jallisii fi Humna ibsee Itoophiyaa jedhutti ardii tanaafuu faaydaa qaba.
Korii kun galma walgahii Tokkummaa Mootummootaatti taahuutti jiraa.Ganna lama lamaan biyyya biyya irra maranii koratan.
Your browser doesn’t support HTML5