Dorgommii kubbaa miilaa kilaboota Oromoo Minisootaatti itti jiranii guyyaa torbeessoo keessa jirti

Dorgommii kubbaa miilaa kilaboota Oromoo Minisootaatti itti jiranii guyyaa torbeessoo keessa jirti

Torbaan Oromoo, qophii dorgommii kubbaa miilaa kilabii Oromoo 24 St.Paul MN istaadiyoomii James Griffin keessatti taphachuutti jiran.
Tapha kalee irratti kilabii Kalifoormiyaa Tokkummaan kilabii Oromiyaa Siyaatil 4-2,Gadaa Husten Qeerroo MD 2-0,Leencii DC Aanolee Las Vegas 5-0 moote.
Oromo United Risaa MN 3-1, Dirree Dawaan kilabii TTL MN 3-1 moote. Utaamii Waayyuu MN kilabii Qeerroo Poortilandi 2-1.
Hardha ammoo Leena DC,Oromoo United Tokkummaa fi Gadaatti waliin taphataa warrii moo'e bori waan as taphata.
Minisootaan godina Amerikaa 50n keessaa tokko. Nama Oromoo 40,000 tahutti keessa jira jedhanii karaa maqaa "Oromo Street" jedhanii baasanitti jira.

Your browser doesn’t support HTML5

Dorgommii kubbaa miilaa kilaboota Oromoo Minisootaatti itti jiranii guyyaa torbeessoo keessa jirti