Mootummaan Somaaliyaa Hoogganaa ONLF Dabarsee Mootummaa Itoophiyaatti Kennuunsaa Tarkkaanfii Balaa Nageenyaa Dhabamsiisuuf Fudhatame Jedhe

Mootummaan Somalia dhiheenya kana hooggansa Aadda Bilisummaa Ummata Ogadeen (ONLF) kan turan Abdikeriin Sheek Muse dabarsee Itoophiyaati kennuusa sirridha jedha.

"Balaa nageenyaa dhabamsiisuf tarkanfii fudhatamedha" jechuun addesse.

Gama biraatiin qabamu hogansa kanaatiin boodattiITtoophiyaan hidhamtoota Somaliyaa 100 ta'an akka gadhiisuuf jirtullee gabaafameera. Mummen minsteraa Somaliyaas itophiyaa jiru jedha gabaasichi.

Gabasaa guutuu dhaggeeffadhaa

Your browser doesn’t support HTML5

Mootummaan Somaaliyaa Hooganaa ONLF Dabarsee Mootummaa Itoophiyaatti Kennuunsaa Tarkkaanfii Balaa Nageenyaa Dhabamsiisuuf Fudhatame Jedhe