Afrikaa Leelistootaaf Dahannaa Ta’uuf Jirti

  • VOA

Laftii leellistummaan Islaamaa itti hammaachuuf jiru Afrikaa dha jechuun dura ta‘anna koree ngeenya biyooleessaa kan Amerikaa Maaykl ichael Toomas Mc kool ka duraa ykn seniyoor ibsanii jiru.

Humnootiin Amerikaan hogganaman Iraaq fi Siriyaa keessa eega seenanii booda biyyoota Islaamaa keessaa godaansii hammaachuun akkasumas garleen leellistootaa miseensoota dabalachuuf giddu galeessa bahaa keessatti jajjabaachuuf yaaliin godhamu yaaddoo uumuun isaa ibsan.

Leellistoonni akkasii naannoo mootummaan hin bulchinee dahoo godhatu kan jedhan miseensii kongreesaa Ripaablikaantichi Maaykil Toomas Mc Kool Afrikaan isa akkasiif mijattuu dha jedhan.Kanas koree hariroo alaa kan mana mree bakka buootaaf ibsan.

Kanaaf jecha hidhattoonni leelistoota Islaamaa eessatti akka dheessan faana dhahuun barbaachisaa akka ta’e ibsamee jira.