WASHINGTON,DC —
Namii amma filan ku Cyril Ramaphosa filannoo pirezidaantummaa Afrikaa Kibbaa ta bara 2019 irratti paartii tana fulaa bu’ee pirezidaantii tahee dorgomuuf deema.
Ramaphoosaan Nkosazana Dlamini-Zuma moo’ee filame.Filannoo tana paartii ANC Keessaa miseensa 5,000 tahanitti magaalaa Johanesbergi keessatti bahee filate.
Barii pirezsidaantii Afrikaa Kibbaa,Jaakoob Zuumaa bara 2019 keessa hobba’a. ANC bara 1994 asittii isumatti biyya bulcuutti jira.
Bara 1994 asitti ANC-Afrikaa Kibbaa bulchuutti jira.Matamela Cyril Ramaphosa naggaadee,qabsaahaa fi bara 2014 keessa itti aanaa pirezidaantii Jaakoob Suumaati. Amma nama ganna 65.