Haala Yeroo ammaa Kan Ilaaleen Kaleessa Ibsii Kennamee Jira

  • Jaallannee Gammadaa

Obboo Lammaa Magarsaa

Haala yeroo ammaa Itiyoophiyaa keessatti mul’atu ilaalchisuudhaan waajjirri dhimmoota koomiyunikeeshinii mootummaa Federaala Itiyoophiyaa kaleessa ibsa baasee jira.

Gama kaaniinis haala yeroo ammaa Oromiyaa keessa jiru irratti Prezidaantiin mootummaa naannoo sanaa – Obbo Lammaa Magarsaa Televiziyoona OBNf ibsa kennanii jiru.

Gabaasa qindaa’ee caqasaa

Your browser doesn’t support HTML5

Haala Yeroo ammaa Kan Ilaaleen Kaleessa Ibsii Kennamee Jira