Prezidaantonni Oromiyaa fi Benishaangul Gumuz Marii Gaggeessan

  • Jaallannee Gammadaa

Bulchiinsa naannoo Beenishanul irraa uummata buqqa’e kan ilaaleen prezidaantiin mootummaa bulchiinsa naannolee lamaanii Finfinnee keessatti wal ga’ii geggeessanii jiru.

Rakkoo uummata kuma 100 jireenya irraa buqqise kana furuuf jecha prezidaantiin bulchiinsa naannoo lameenii waajjira prezidaan Lammaa Magarsaa keessatti erga wal ga’anii booda tuuta oduuf ibsa kennuu isaanii OBN gabaasee jira.

Gabaasa Guutuu Caqasaa

Your browser doesn’t support HTML5

Prezidaantonni Oromiyaa fi Benishaangul Gumuz Marii Gaggeessan