WAASHINGITAN, DIISII —
Ugaandaa fi dhaabnii baqattotaa kan tokkummaa mootummotaa (UNHCR) lakkofsa baqattoota biyya isaanii keessa jiru kan ilaaleen caasaa ittiin baqattoota itti galmeeffaman komataa jiru.
Ugaandaan baqattoota Miliyoona 1.4 keessumeessaa akka jirtu kan dubbattu yoo ta’u dhiyeenya kana lakkofsa baqattootaa gaggeeffame lakkobsii baqattootaa Sanaa gad ta’u ibse.
Kun immoo aangawoonni Ugaandaa arjoomtoota gargaarsaaf waan sobaa dhiyeessan komee jedhu fide.
Your browser doesn’t support HTML5