WAASHINGITAN, DIISII —
Addunyaa hanga tokko kanneen dhaahata ykn kaalaandarii Grigoriyaan fayyadaman keessatti har’a “guyyaa dhaloota gooftaa yesuus” ykn Kriismas kabajamaa jira.
Mootiin nagaa guyyaa itti dhalate waan ta’eef dhaamsii guyyaa har’a labsamu “ Hin Sodaatinaa” ka jedhu akka ta’e kan ibsan Luba Tasgaraa Hirphoo ti.Kanaaf sabnii keenya walii-obsaan, mareen, wal-dhaggeefachuun nagaa buusuu akka qaban hubachisanii kan kootu caala jechuu fi morkii keessatti nagaan argamuu hin danda’u jedhu.
Your browser doesn’t support HTML5