Naqamteetti Itti-aanaa Bulchaan Aannaa Guutoo Giddaa Ajjeefaman

Magaaalaa Naqamteetti dheengadda itti-aanaa bulchaan aannaa Guutoo Giddaa qaama hin beekamneen ajjeesamuu isaa fi magaalatti bakka biraatii immoo dargaggoon ka biraan tokko madeessamuun himamee jira. Gama biraatiin duulli lagannaa gabaa Wixata dabre jalqabe itti fufee ooluu isaa jiraattonni VOAtti himanii jiran.

Kantiibaan magaalaa Naqamtee akka hawaasni magaalattii hojii isaa idileetti deebi’u waamicha godhanii jiran.

Gabaasaa Naakoor Malkaa Caqasaa.

Your browser doesn’t support HTML5

Naqamteetti Itti-aanaa Bulchaan Aannaa Guutoo Giddaa Ajjeefaman