FINFINNEE —
Yaa’iin Dhaabbilee Amantaa Ityoophiyaa fi jaarsoliin biyyaa rakkoo nageenyaa Naanno Oromiyaa bakka garagaraatti mudate irratti hoggansa olaanaa Adda Bilisummaa Oromoo waliin magaalaa Finfinnee Hoteela Ililliitti mari'atan. Yaa'ichi rakkoon nageenya kun karaa nagayaa qofaan akka furamus waamicha dhiheesse jira.
Muktar Jamaal dabalata qaba
Your browser doesn’t support HTML5