Sirna Badhasaa fi Bekamtii Artii Oromoo

Tibbanaa magaalaa Finfinneetti sirni badhasaa fi bekamtii kennuu artii fi artistoota oromoo waliin wal qabate gaggeffame ture.

Badhaasni inni jalqabaa badhasaa Odaa yoo ta'uu artistoota damee artii garagarattin dorgomsiise kan badhase dha.Badhaasni siinqee ammoo badhasaa dubartoota qofaaf qopha'ee dha.

Kan dubartoota damee hojii garagaraa irratti hirmataan hojjetan hojii isaanittin fakkenyaa ta'uu warreen danda'aan kan badhasamaan.

Your browser doesn’t support HTML5

Sirna Badhasaa fi Bekamtii Artii Oromoo