Adda Bilisummaa Oromoo obbo Galaasaa Dilbootiin Duurfamu Motumaa Naannoo Oromiyaatiin Wal Mari'atan

Marii ABO fi PADO

Your browser doesn’t support HTML5

Marii Adda Bilisummaa Oromootii fi Paartii Dimokiraasummaa Oromoo

Marii ABO obboo Galaasaa Dilbootin hoogganamu pirezidaantii naannoo Oromiyaa waliin kaleessa marit’an.

Marii kanaanis qamoolen lammeen qabsoo kara nagaan waliin gaggessuuf kan waliif galaan yoo ta' uu,dhimmi isaani giddugala tasiifataanis fayidaa,dantaafi tokkummaa ummataa Oromoo egisiisuu irratti akka ta'e ibsamera.