Godinaa Qellem Wallaggaa Keessatti Raayyaan Ittisaa Itiyoophiyaa Xayyaaraan Haleellaa Deemsise

Godina Qellam Wallaggaa Magaalaa Qellamitti haleellaan xiyyaaraan deggerame raawwatamuu jirattotni dubbatan.Ibsa gama mootummaa argachuu dhanbus Itti aanaan Ajajaa waraanaa Itoophiyaa Janaraal Biraanuu Juulaa torban darbe qaamota hidhatan irratti tarkaanfii fudhachuun akka jalqabame himanii turan.Gama biraan, Guyyoota sadan darbaniitti Wallagga Lixaa fi Qellam Wallaggaatti baankotni qaamota hidhataniin saamamuu fi hojjatttootni baankii ugguramuu himamee jira.

KAN kana godhe ABO jedhamus ABOn ibsa baaseen kun maqa balleessiidha jedheera.

Your browser doesn’t support HTML5

Gabaasa guutuu caqasaa