Oromoon Benishaangul Gumuz Kamaashii jiraatan rakkoo geejjibaa qabuu jireennis qaalaheera jedhu

Benishangul-gumuz region

Your browser doesn’t support HTML5

Jireenna Oromoo Binishaangul jiraatanii

Koomaand Poostiin naannicha geggeessu gama isaan haalli nageenyaa fooyya'aa waan jiruuf yeroo guutummaa guutuutti nagaan naannichaa mirkanaa'u rakkoon jedhame kan furamu taha jedheera.

Mariin nagaa waarawaa fiduu fi araara uummata lamaan jidduutti deebisu dhiyeenyatti ni taa'ama jedheera.