Manneen Barnoota Afaan Oromoo Finfinneetti Banaman Rakkoo Himachuutti Jiran

Addis Ababa

Manneen Barnoota Afaan Oromoo magaala Finfinnee keessatti banamaan hojii isaanii irratti rakkoolee hedduu akka qaban dubbatu – barsiisonnii fi barattoonni. “Gaffii ummata Oromoo yeroo dheeraaf ka'aa turan qabanneessuf malee ulagaa manni barnootaa guuttatee hojiitti seenu hin guuttanne,” jedhu.

Barsiisotaa fi baratoota mana barnootaa JeneraalTaaddaassaa Birruu, ka kutaa magaala Gulalleetti argamuu, akkasumas Biiroo Barnootaa Bulchiisa Magaalaa Finfinnee dubbisuun, Tsehaay Daamxoo gabaasaa qindeessite qabdi. Caqasaa.

Your browser doesn’t support HTML5

Rakkoo Manneen Barnoota Afaan Oromoo Finfinnee Jiran Himatan