Miseensota Baandii Afran Qalloo dhiyeenna biyyatti deebi'an ummata hedduutti bahee simate

Afran Qalloo,baandii Oromoo bara rakkoo keessa yayyabamte

Your browser doesn’t support HTML5

Afran Qalloo,baandii Oromoo bara rakkoo keessa yayyabamte

Miseensonni Baandii Muuziqaa Afaan Oromoo aangafichaa, ka Bandii Afran Qalloo giddduu kana gara biyyaatti deebi’an, simannaan taasisameefii jira.

Simannaa kana irratti qaamota hawaasaa adda addaa fi dinqiisifatoota artii Oromoo irraa namoonni namoonni argamanii jiran.

Miseensota baandichaa fi koree qindeessituu simannaa dubbisuun, Tsehaay Daamxoo gabaasaa ergite qabna.