Hayyuu Seeraa: Mariin Araaraa Gumii Abboota Gadaatiin Geggeessamuun Milkaa’ina Guddaa Dha

  • Namoo Daandii

Henook Gabbisaa, Prezidaantii WQO (OSA)

Your browser doesn’t support HTML5

Walii Galteen ABO fi ODP irratti yaadii keessan maal?

Gumiin Tokkummaa Abbootii Gadaa kaleessa hooggantoota ABO fi ODP walitti fiduun marii araaraa geggeessaniin, qabxiilee furmaataa araara buusu irratti waliigalanii jiran.

Koree teeknikaa kan waliigaltee Asmaraatti ABO fi Mootummaa giddhuutti tolfame hojii irra oolfamuu hordofu, kan Abbootii gadaa fi haadhota siinqee, hayyuulee fi bakka bu'oota dhaabbilee lamaanii of keessatti qabate fi miseensoota waliigalaa 71 qabus hundeessanii jiran.

Araara Abboota Gadaan dursamee fi hojii irra oolfama isaa ilaalchisuudhaan, as kutaa Verjiiniyaa ka jiru – Yunivarsitii Waashinton fi Lii, kutaa Barnoota Seeraatti barsiisaa ka tahan – Dr. Henook Gabbisaa dubbisnee jirra. Gaaffii fi deebii geggeessine caqasaa.