HAWASA —
Bulchiisa Naannoo Kibbaa aanaa Amaaroo keessatti loltoonni Adda Bilisummaa Oromootiin qonnaan-bultoonni lama ajjeesanii tokko immoo madeessan jedhu jiraattonni naannoo sanaa.
Bulchaan aanaa Amaaroo waan mootummaan tarkaanfii fudhataa jiruuf “Waraanni Bilisummaa Oromoo mooraatti galuuf jiru ka jedhame gowwoomsaa dha” jedhu.
Hayyu-dureen ABO Obbo Daawud Ibsaa “Haleellaa geggeessame jedhamu kanaaf odeeffannoon harkaa qabu hin jiru” jedhanii jiran.
Your browser doesn’t support HTML5