Yuniversitiin Amboo Waloo Beekamaa Looret Tsaggaayee Gebre-Mediiniif Giddu-Gala Aadaa Ijaaruuf Karoora Qaba

Yuniversitiin Amboo Looret Tsegggaayee Gebre-Mediniif Jidduu-Gala Aadaa Jaaruuf Deema

Your browser doesn’t support HTML5

Yuniversitiin Amboo Looret Tseggaayee Gebre-Mediiniif Jidduu-Gala Aadaa Jaaruuf Deema?

Giddu gallii aadaa Maqaa Looreet Tsaggaayee Gabra-Madhinin moggaafamu Yunivarsitii Amboo dhaabuuf ka jiru tahuu beekamee jira.

Giddu galichi bakka itti barattootni naannolee biyyattii adda addaa irraa dhufan aadaa isaanii akka wal beeksisan taha jedhan pireezidaantiin yunivarsiitichaa Dr. Taaddasa Qana’aa.

Giddu galli kun akka Lakkoofsa Itoophiyaatti waggaa dhufu hojiin isaa kan eegalu ta’uun beekamee jira.