Koreen Waliinii Dhaabilee Musliimaa Galmeelee Seeraa fi Ijaarsaa Qopheeffate

Koreen Waliinii ka Jijjirama Dhaabbilee Muslimaa hojiiwwan rakkoolee mul’ata turan fura jedhamee eegamaa ture ji'oottan saddeettan dabraniif hojjetee xumuruu isaa beeksisee jira.

Kanneen haala seera qabessummaa fi caasaa ijaarsa mana-maree gumii dhimma Islaama ilaallatan – galmeelee sadii qopheessee xumuruu isaa fi qophii filannoof kan haala miihessaa jiru tahuullee dubbata – koreen kun. Mutaar Jamaal tu Finfinnee irraa gabaase.

Your browser doesn’t support HTML5

Gabaasa guutuu caqasaa