Dhaaboliin Oromoo Garaagarummaa Gidduu Isaanii Dhiphisuu Qabu: Obbo Galaasaa Dilboo

Galaasaa Dilboo

Dhaabbileen Oromoo garaagarumaa jiddu isaani dhiphisuun tokkoomanii siyaasa Oromoo akka ceesisan ABOn Qaama Cehumsaa Obboo Galaasaa Dilboon hogganamu waamicha dhiheessee jira.

Keessaahuu dhaabbilee maqaa ABO jalatti qabsaayaa turan walitti fiduuf kan hojjatamaa jiru ta'uus ibsamee jira.Muktaar Jamaaltuu Itti Aanaa Hayyu Duree ABOn Qaama Cehumsaa Obboo Mulugeetaa Moosisaa dhimma kana irratti dubbise.

Your browser doesn’t support HTML5

Gaaffii fi deebii obbo Galaasaa waliin geggeessame caqasaa