Fiilmiin ''Siribii '' Jedhamu Finfinnee Giddugala Aadaa Oromootti Ebbifame

Fiilmiin artistii Jafar Yusuuf ''Siribii '' jedhamu Dilbataa darbe Finfinnee Giddugala Aadaa Oromootti ebbifamee jira.

Eebbaa fiilmii kana irratti kan argamtee turte – gabaastuun VOA Tsehaay Daamxoo, daarektara fiilmichaa fi artistoota hojii artii adda addaatti bobba’anii jiran waa’ee filmichaa haasofsiisuun gabaasaa ergite qabdi. Guutummaa isaa caqasaa.

Your browser doesn’t support HTML5

Fiilmiin ''Siribii '' Jedhamu Finfinnee Giddugala Aadaa Oromootti Ebbifame