Barataa Kutaa Saddeetii Harka Malee Dhalatus Miilan Barreessu

Your browser doesn’t support HTML5

Barataa Taarikuu Margaa jedhama. Magaalaa Amboo, ganda Sanqalleetti kutaa 8ffaa barata. Uumamaan harka lamaanuu dhabullee, miilli isaa akka harkaa taheefii; ittiin barreessa, ittiin fakkiillee kaasa. Yeroo barnoota isaa xumuru ammoo balaliisaa xiyyaaraa tahuu barbaada. Akkamitti? Naakoor Malkaa, Taarikuu, hiriyaa, barsiisaa fi haadha isaa dubbisuun Suur-sagalee ergerraa deebii guutuu argattu. Hordofaa!