Baaburri Meeshaa Fe'ee Finfinnee Irraa Gara Jibuutii Imalaa Ture Garagale

Baaburri Meeshaa Fe'ee Finfinnee Irraa Gara Jibuutii Imalaa Ture Garagale

Baaburri meeshaa fe'atee Finfinnee irraa gara Jibuutiitti imalaa ture, Godina Shawaa bahaa aanaa Fantaallee keessatti garagaluu isaa Poolisiin beeksisee jira.

Baaburichi otuu imalaa jiruu halkan keessaa sa'aa sagal irratti balaan irra gahuu isaa fi balaa kanaan miidhaan lubbuu namaa irra gahe akka hin jirre dubbate – Poolsiin.

Muktaar Jamaal tu gabaase. Caqasaa

Your browser doesn’t support HTML5

Baaburri Meeshaa Fe'ee Finfinnee Irraa Gara Jibuutii Imalaa Ture Garagale