Waltajjii Marii Nageenyaa Uummataa Naannolee Oromiyaa fi Benishaangul Gumuz

Waltajjiin marii nageenyaa uummataa naannolee Oromiyaa fi Benishaangul Gumuz jidduutti har’a magaalaa Asoosaatti deemsisamee jira.

Kanneen marii kana irratti argaman pirezidaantonni naannolee lamaanii waliin-jireenya uummatoota lamaanii irratti humnoota rakkoo uuman dura dhaabbachuu irratti akka gamtaan hojjetan beeksisanii jiru.

Ministarri Nagaa Kan Itiyoophiyaa - Aadde Muufariyaat Kaamiilis marii sana irratti argamanii haasawa dhageessisaniin, “Uummatni akka nagaa isaa tikfatu” dhaaman.

Naakoor Malkaa tu Naqamtee irra gabaase. Caqasaa.

Your browser doesn’t support HTML5

Waltajjii Marii Nageenyaa Uummataa Naannolee Oromiyaa fi Benishaangul Gumuz