Walitti Bu'iinsa Godina Matakkal

Itoophiyaa map

Naannoo Benishaangul Gumuz Godina Matakkal Aanaa Daanguritti walitti-bu’insi gatii geejjibaa irratti wal-dhabuu irraa madde lubbuu namoota saddeetii galaafate jedha Mootummaan Naannichaa.

Mootummaan Naannoo Amaaraa gama isaatiin namootni ajjeefaman 18 jechuun gama waajira sab-quunnamtii naannichaan ibsee jira. Walitti bu’iinsichi amma tasgabbaa’eera kan jedhan Itti aanaan Pireezidaantii Benishaangul Gumuz namootni 15 illee hidhamuu Raadiyoo Sagalee Ameerikaaf ibsan. Gabaasaa Naakoor Malkaa dhaggeeffadhaa.

Your browser doesn’t support HTML5

Walitti Bu'iinsa Godina Matakkal