Pirezdaantiin Naannoo Somaalee Dararaa Hooggansa Darbeen Oromoo Irratti Raawwatameef Dhiifama Gaafatan

Your browser doesn’t support HTML5

“Rakkoo fi dararaa waggaa dabre keessa naannno Sumaaleetti hoogganoota dabraniin ummata Oromoo irratti raaw’atameef dhiifaman gaafadha,” jedhan Itti Aanaan preezdaantiin Naannoo Somaalee - Musxafee Umar.

Mariin Obbolumaa Ummata Oromoo fi Sumaalee magaala Adaamatti taasifamee jira. Ummatoota lamaan dinagdee fi hawaasumaan walitti hidhuuf kan hojjatan tahuus hoogganoonni gam-lameenii dubbatanii jiran. Gabaasaa guutuu caqasaa.

Your browser doesn’t support HTML5

Pirezdaantiin Naannoo Somaalee Dararaa Hooggansa Darbeen Oromoo Irratti Raawwatameef Dhiifama Gaafatan