Itti Aanaa Pireezidaantiin Benishaangul Gumuz: Ajjeechaa Geggeessame Qulqulleeffachuuf Gareen Qorannoo Geggeessu Hundeeffame

Ajjeechaa Naannoo Amaaraa Aanaa Jaawwiitti geggeessame qulqulleeffachuuf gareen qorannoo geggeessu hundeeffamee marii jalqabuu isaa Itti aanaa Pireezidaantiin Benishaangul Gumuz, Obbo Adigoo Amsaayyaa Raadiyoo Sagalee Ameerikaatti himanii jiran. Itti aanaa itti-gaafatamaan Biiroo Nageenyaa fi tasgabbii Naannoo Amaaraa – Koloneel Aallebel Amaarees, gama isaaniitiin, “qaamni gocha kana raawwate qulqullaa'aa jira,” jedhan.

Garuu, eenyummaa qaama jedhame kanaa hin dubbanne.

Gabaasaa Naakoor Malkaa Caqasaa

Your browser doesn’t support HTML5

Ajjeechaa Geggeessame Qulqulleeffachuuf Gareen Qorannoo Geggeessu Hundeeffame: Itti Aanaa Pireezidaantiin Benishaangul