FINFINNEE —
Deemsa walabummaa preesii keessatti sabaahimaaleen Oromiyaa keessaa hojjatan deemsi hojii isaanii maal fakkaata? Heddumminaa fi dhaqqabinsa sabaahimaa Oromiyaa keessaa daran bal’isuuf hoo maal maal tu hojjetamuu qaba.
Guyyaa Preesii Walabaa Addunyaa sababeeffachuun, gabaasaan Raadiyoo Sagalee Ameerikaa, qaamolee sabaa-himaa Oromiyaa keessatti hojiitti jiran adda addaa dubbisee jira.
Guutmmaa isaa caqasaa
Your browser doesn’t support HTML5