Ogbarruu fi Artii Oromoo Guddisuu Irratti Mootummaan Gahee Isaa Bahaa Hin Jiru Jedhame

Barreessitoonni fiilmii Oromoo, akkasumas kanneen kitaaba barreessanii fi fakkii kaasan hojii ogbarruu fi artii Oromoo guddisuu irratti, “dhuunfaa keenyaan socho’uu irraa kan hafe, Biiroo Aadaa fi Tuurizimii Oromiyaa irraa deggersa argannu hin qabnu,” jedhu.

Itti-aanaa itti-gaafatamaan Biiroo Aadaa fi Turizimii Oromiyaa, Obbo Kabbadaa Deessisaa deebii kennaniin, komeen ogeessota Oromoo kun sirrii tahuu eeranii, “Rakkoo kana furuuf jecha ijaarsi mana barnootaa artii Finfinneetti eegaluuf jira,” jedhu.

Gabaasaa guutuu caqasaa

Your browser doesn’t support HTML5

Ogbarruu fi Artii Oromoo Guddisuu