Biiroon Aadaa fi Tuurizimii Oromiyaa dhaabbatoota Aadaa fi Artii Oromoo misoomsuutti fuuleffachuuf gamoolee sadii Finffineetti ijaaruuf waliigaltee ijaarsaa mallatteessee jira.
Giddu-galoonni sadeen Leenjii Artii Oromoo, Oomishaaf uffata Aadaa fi Oomisha nyaata aadaa Oromoof kanneen ijaaraman yoo tahu baajetni Qarshii miliyoona 700 fi miliyoona 38 kan ramadameef tahuu hoogganaan Biiroo Aadaa fi Tirizimii Oromiyaa Dooktar Garamoo Ulluuqaa ibsanii jiru.
Gabaasaa guutuu caqasaa
Your browser doesn’t support HTML5